Dhimma ijoo ta'etti seeni

Yesuus

Yesuus Eenyu?

Yesuus Namuma Gaarii Qofa Turee?

Yesuus namoota gaarii lafa irra jiraatan hunda irra iyyuu nama dhiibbaa guddaa geessise ture. Dhiibbaa guddaa geessisuu kan dandaʼe maaliifi?

Yesuus Waaqa isa Hundumaa Dandaʼu Dhaa?

Yesuus iddoo abbaa isaa fi kan isaa ilaalchisee maal jedhe?

Yesuus Ilma Waaqayyoo Jedhamee kan Waamame Maaliifi?

Waaqayyo akkuma namootaa kallattiidhaan ilma kan hin godhanne yoo taʼe, Yesuus Ilma Waaqayyoo taʼuu kan dandaʼu akkamitti?

Mormituun Kiristoos Eenyudha?

Inni dhufaa jira durumaanuu jira?

Dubbiin Waaqayyoo Eenyuun ykn Maal Argisiisa?

Akkuma Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsametti jechi kun hiika tokkoo ol qaba.

Mikaaʼel Hogganaan Maleekotaa Eenyu Dha?

Maqaa kan biraa ati iyyuu caalaatti beektunis ni waamama.

Jireenya Yesuus Isa Lafa Irrraa

Yesuus Kan Dhalate Yoomi?

Ayyaanni Qillee Muddee 25 kan kabajamu maaliif akka taʼe hubadhu.

Durbee Maariyaam Ilaalchisee Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?

Namoonni tokko tokko Yesuus durba irraa dhalachuun isaa Maariyaam gadaamessa haadha ishii keessatti iyyuu mudaa akka hin qabne argisiisa jedhu. Kitaabni Qulqulluun barumsa kana ni deeggaraa?

“Namoonni Ogeeyyiin Sadan” Eenyufaa Turan? Namoonni Kun “Urjii” Beetaliheem Hordofaniiruu?

Jechoonni Ayyaana Qillee wajjin wal qabatee ibsaman hedduun Kitaaba Qulqulluu keessatti hin argaman.

Yesuus Maal Fakkaata Ture?

Kitaabni Qulqulluun bifa isaa ilaalchisee odeeffannoo walii galaa nuu kenna.

Du'a Yesuusii fi Du'aa Ka'uu Isaa

Yesuus Fannoo Irratti Duʼee?

Namoonni hedduun fannoon mallattoo Kiristiyaanummaa akka taʼetti ilaalu. Waaqeffannaadhaaf itti fayyadamuu qabnaa?

Yesuus Erga Duʼaa Kaʼee Booda Qaamni Isaa Foon moo Hafuura Ture?

Kitaabni Qulqulluun, Yesuus akka “hafuuraan jiraataa godhame” dubbata; barattoonni isaa erga inni duʼaa kaʼee booda isa arguu fi qaqqabuu kan dandaʼan akkamittiree?

Gahee Yesuus Kaayyoo Waaqayyoo Keessatti Qabu

Yesuus ni Fayyisa—Akkamitti?

Yesuus akka nuuf kadhatu kan nu barbaachisu maaliifi? Fayyuuf Yesuusitti amanuu qofa nu barbaachisaa?

Fayyuuf Yesuusitti Amanuun Gaʼaa Dhaa?

Kitaabni Qulqulluun namoonni tokko tokko Yesuusitti kan amanan taʼus fayyina akka hin arganne dubbata. Kun taʼuu kan dandaʼe akkamitti?

Aarsaan Yesuus “Namoota Hedduudhaaf Furii” kan Taʼu Akkamitti?

Aarsaan Yesuus furamuu cubbuu kan argamsiisu akkamitti?

Maqaa Yesuusiin Kadhachuu kan Qabnu Maaliifi?

Maqaa Yesuusiin kadhachuun Waaqayyoof ulfina kan fiduu fi Yesuusiif kabaja akka qabnu kan argisiisuu akkamitti akka taʼe hubachuuf yaali.

Dhufaatiin Kiristoos Maali?

Karaa mulʼatuun deebiʼee dhufaa?