Odeeffannoo Gabaabaa—Giddu Galeessa Afriikaa Riippuublikii
- 5,119,000—Baayʼina uummataa
- 2,932—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 64—Gumiiwwan
- 1 nama 1,791f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA
Harki Koo Akka hin Laafne Murtoo Cimaa Godheen Ture
Taʼeewwan dinqisiisoo Maaksiim Daaniyleeykoon tajaajila misiyoonii waggaa 68 keessatti yommuu dabarsetti raawwataman baradhu.