Odeeffannoo Gabaabaa—Rippuublikii Koongoo
- 5,941,000—Baayʼina uummataa
- 9,517—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 123—Gumiiwwan
- 1 nama 661f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
HAWAASA GARGAARUU
Yommuu Balaan Uumamu, Jaalalli Gargaarsa Kennuuf Nu Kakaasa
Dhugaa Baatonni Yihowaa biyyoota hedduu keessa jiraatan namoota rakkinni isaan irra gaʼeef gargaarsa kennaniiru.