Odeeffannoo Gabaabaa—Kaazaakistaan
- 19,899,000—Baayʼina uummataa
- 17,287—Baayʼina tajaajiltoota Kitaaba Qulqulluu barsiisanii
- 229—Gumiiwwan
- 1 nama 1,164f—Reeshoo Dhugaa Baatota Yihowaa baayʼina uummataa wajjin yeroo ilaalamu
DAMMAQAA!
Kaazaakistaaniin haa Daawwannu
Baroota darbanitti warri Kaazaak horsiisee bultoota siʼa taʼan, yaarti keessa jiraatu turan. Jireenyi ammayyaa isaan jiraatan waaʼee aadaa akaakiliiwwan isaanii maal argisiisa?