Rakkina Dandamachuu
Dhugaa Baatonni Yihowaa dhukkubnii fi hirʼinni qaamaa gammachuu jireenya isaanii keessatti argatan isaan dhabsiisuu akka hin qabne hubataniiru.
“Yihowaan Lubbuu Keenya Oolche”
Sobagaayaan abdii waan kutatteef ishii fi intala ishii ajjeesuuf karoorfatte. Yaada ishii kan jijjiirtee fi kaayyoo jireenyaa akka beektu kan ishii godhe maalidha?
Jaalala Isaanitti Argisiisaniiru
Obbolaa qaro dhabeeyyiin bireelii dubbisuu hin dandeenye sadi gargaarsa gumichi jaalalaan kakaʼee isaaniif godheen karaa hafuuraa guddina godhaniiru.
Dejeneeroo Biraawun: Gaddi Ishii Mudatus Abdii Hin Kutannee
Yihowaan namoota balaan mudate kan gargaaru akkamitti?
Yeroowwan Rakkisoo Taʼanitti Veenzuweelaatti Yihowaa Tajaajiluu
Obboloonnii fi obboleettonni keenya Veenzuweelaa keessa jiran hinaaffaadhaan tajaajilaa jiru, akkasumas “madda jajjabinaa guddaa” waliif taʼaniiru.
Dhibee Fayyaa Qabaattus Warra Kaan Jajjabeessuu Dandeessetti
Kiloodiyan dhibee ishii sababa utuu hin godhatin warra kaan jajjabeessuuf Waaqayyo cimina akka ishiif kennu kadhatte.
Haalli Gaddisiisaan Ishii Mudatus Jabaattee Itti Fufteetti
Verjeniyaan dhukkuba lookd iin siindiroom jedhamun waggaa 23f dhiphatteetti. Abdiin kiristiyaanaa ishiin qabdu garuu jajjabinaa fi eegumsa ishiif argamsiiseera.
Waaqayyoon Tajaajiluun Dawaa Isaaf Ta’eera!
Oneesmas, dhibee ostiyoojenasis imparfektaa ykn dhibee lafeen salphaatti akka cabu godhuu wajjin dhalate. Abdiin Waaqayyo kenneefi Macaafa Qulqulluu keessa jiru kan isa jajjabeesse akkamitti?
Waaqayyotti Dhihaachuun Koo Gaarii Naaf Taʼe
Saaraa Maayigaan waggaa sagalitti karaa qaamaa guddachuu kan dhaabde taʼus, karaa hafuuraa guddachuu hin dhaabne.
Yeroo Baayʼee Na Barbaachisuttan Abdii Argadhe
Miiklosh Leeks, umurii isaa waggaa 20tti, balaa gaddisiisaa isa mudateen naaf taʼe. Macaafni Qulqulluun gara fuulduraa ilaalchisee abdii dhugaa akka argatu kan isa gargaare akkamitti?
“Kiingizliin Erga Dandaʼee, Anis Nan Dandaʼa!”
Kiingizliin inni Sirii Laankaa jiraatu, kutaa daqiiqaa muraasaa qophaaʼuuf haalawwan rakkisaa taʼan hedduu moʼuun isa barbaachiseera.
Harkaan Qaqqabuudhaan Jiraachuu
Jeemsi Riyaan erga dhalatee jalqabee gurri isaa hin dhagaʼu; yeroo boodas iji isaa ni jaame. Jireenyi isaa kaayyoo kan qabaate akkamitti?
Dhagaʼuu kan hin Dandeenye Taʼuun Koo Barsiisuu Irraa Duubatti Akkan Jedhu Na hin Goone
Wooltar Maarkan kan hin dhageenye taʼus, tajaajila Yihowaa keessatti yeroo gammachiisaa fi nama kiisu dabarsuu dandaʼeera.
Namni Harka hin Qabne Tokko Dhugaa Kitaaba Qulqulluu Fudhate
Dargaggeessi tokko balaa cimaan kan isa irra gaʼe taʼus, sababa Waaqayyotti itti amanu argateera.
‘Dhukkuba Koo Irratti Xiyyeeffachuu Hin Barbaadu’
Iliisaan dhukkuba hin fayyine akka dandamattuu fi yeroo tokko tokko immoo dhukkubsattuu taʼuu ishee iyyuu akka irraanfattu kan ishee gargaare maali dha?