Laayibrarii wantoota qophaaʼanii fi Kitaaba Qulqulluu irratti hundaaʼan of keessatti qabate ilaali. Barruu Masaraa Eegumsaa fi Dammaqaa! akkasumas barreeffamoota kan biroo dhihoo baʼan armaan gadii intarneetii irraa dubbisi ykn buufadhu. Wantoota sagaleedhaan waraabamanii fi afaan hedduudhaan qophaaʼan tola dhaggeeffadhu. Viidiyoowwan afaan mallattoo dabalatee afaan hedduudhaan qophaaʼan daawwadhu ykn buufadhu.