DAMMAQAA! Lakk. 3 2019 | Kitaabni Qulqulluun Jireenya Kee Fooyyessuu ni Dandaʼaa?
Kitaabni Qulqulluun jaarraawwan hedduudhaaf jireenyi namootaa akka fooyyaʼu gargaaraa tureera. Yeroo hundumaa gorsa isaa hojiirra oolchuudhaan faayidaa argachuu ni dandeessa.
Kitaaba Bara Durii Yeroo Ammaatti Fayyadu
Namoonni Kitaaba Qulqulluu dubbisanii fi gorsasaa hojiirra oolchan tokko tokko maal akka jedhan ilaali.
Fayyaa Qaamaa
Qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu fayyaa keenya kunuunsuuf wanta dandeenyu akka goonu nu jajjabeessu.
Fayyaa Sammuu
Cimina miira keenya toʼachuuf nu dandeessisu yeroo horannu faayidaa guddaa arganna.
Jireenya Maatii fi Michummaa
Hariiroon milkaaʼina qabu kan argamu fudhachuudhaan utuu hin taʼin kennuudhaani.
Itti Fayyadama Maallaqaa
Qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu rakkina maallaqaa hirʼisuuf si gargaaruu kan dandaʼan akkamitti?
Karaa Hafuuraa
Ulaagaaleen Waaqayyoo fi qajeelfamoonni Kitaaba Qulqulluu ilaalcha jireenyaaf qabdu siif fooyyessuu dandaʼu. Kun kan taʼu akkamitti akka taʼe ilaali.
Kitaaba Hundumaa Caalaa Fayyadu
Kitaabni Qulqulluun hiikamuu fi raabsamuudhaan kitaaba hundarra baayʼee caala.
Maxxansa Dammaqaa! Kana Keessatti: Kitaabni Qulqulluun Jireenya Kee Fooyyessuu ni Dandaʼaa?
Kitaabni Qulqulluun gorsa jireenya keenya keessatti yeroo hundumaa nu fayyadu qabateera.