DAMMAQAA! Lakk. 5 2016 | Yesuus Dhuguma Jiraateeraa?

Ragaa seenaa akkamiitu jira?

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Yesuus Dhuguma Jiraateeraa?

Hayyoonni bara kanaas taʼan kan bara durii waaʼee dhimma kanaa maal jedhu?

ADDUNYAA MARA IRRAA

Oduu Ameerikaa Irratti Xiyyeeffatu

Dhiphinnii fi yakki wantoota Amerikaa mudachaa jiran hedduu keessaa muraasa qofa dha. Ogummaan Kitaaba Qulqulluu keessa jiru gargaaruu dandaʼaa?

MAATIIDHAAF

Ijoollee Keessan Waaʼee Saalqunnamtii Barsiisaa

Ijoolleen xinnummaa isaaniitii jalqabee ergaan fedhii saalaa kakaasu isaaniif ergama. Maal beekuu qabdu? Ijoollee keessaniif eegumsa gochuuf maal gochuu qabdu?

Elamantii Dinqisiisaa

Elamantiin kaarboonii caalaa jireenyaaf barbaachisaa taʼe hin jiru. Kaarbooniin maali dha? Jireenyaaf baayʼee barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Galateeffachuu

Amala kana argisiisuun faayidaa hedduu qaba. Kan si gargaaru akkamitti? Qabaachuu kan dandeessu hoo akkamitti?

SEENAA IRRAA MAAL BARANNA

Aristootil

Ilaalchis hayyuu falaasamaa bara durii kanaa barumsa saba Kiristiyaanaa irratti dhiibbaa godheera.

“Tooftaa Barsiisuu Haaraa Dha!”

Viidiyoowwan weebsaayitii jw.org irratti baʼan xiyyeeffannaa barattootaa, barsiisotaa fi namoota kaanii harkisaa jiru.

Wantoota garabiraa

Kan Galateeffattu Taʼi

Namoota waa siif godhan galateeffachuu kan dandeessu akkamitti?