Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

DAMMAQAA! Lakk. 5 2017 | Yommuu Balaan Gaʼu Tarkaanfii Nama Oolchuu Dandaʼu

Yeroo balaan gaʼuuf qophaaʼuun barbaachisaa kan taʼe maaliifi?

Kitaabni Qulqulluun akkana jedha: “Namni hubataan wanta hamaa argee jalaa in dhokata, wallaalaan garuu itti in adeema, in adabamas.”—Fakkeenya 27:12.

Barruun kun balaan gaʼuu isaa dura, yeroo gaʼuu fi erga gaʼee booda maal gochuu akka qabnu ibsa.

 

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Yommuu Balaan Gaʼu Tarkaanfii Nama Oolchuu Dandaʼu

Yaadawwan siinis taʼe warra kaan akka oolan gargaaruu dandaʼan.

Annisaa Qusachuu Ilaalchisee Wanta Beekuu Qabdu

Karaawwan sadan anisatti akka gaariitti itti fayyadamuu dandeessan ilaalaa: mana keessatti, geejjibaa fi sochii guyyaa guyyaa keessatti.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Waraana

Bara duriitti Israaʼeloonni maqaa Yihowaatiin waraana geggeessu turan. Kana jechuun Waaqni waraana yeroo harʼaatti geggeeffamu ni deggera jechuu dhaa?

MAATIIDHAAF

Gammadduuf Jedhanii Balaadhaaf Of Saaxiluun Sirrii Dhaa?

Dargaggoonni hedduun siʼa tokko tokko haala balaaf saaxiluun dandeettii isaanii qoruudhaan gammaduuf yaalu. Ati hoo kana gochuuf qoramtee beektaa?

BIYYOOTAA FI UUMMATA

Kaazaakistaaniin haa Daawwannu

Baroota darbanitti warri Kaazaak horsiisee bultoota siʼa taʼan, yaarti keessa jiraatu turan. Jireenyi ammayyaa isaan jiraatan waaʼee aadaa akaakiliiwwan isaanii maal argisiisa?

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Boca Elellaan

Bocnii fi akkaataan elellaan itti hojjetame qaama laafaa keessa jiru eeguuf gargaaru.

Wantoota garabiraa

Dhugaa Baatonni Yihowaa Waraana Irratti Kan Hin Hirmaanne Maaliifi?

Addunyaa maratti Dhugaa Baatonni Yihowaa waraana irratti hirmaachuu diduudhaan beekamu. Ejjennoo kana kan qabaanne maaliif akka taʼe baradhu.

Yommuu Balaan Uumamu, Jaalalli Gargaarsa Kennuuf Nu Kakaasa

Dhugaa Baatonni Yihowaa biyyoota hedduu keessa jiraatan namoota rakkinni isaan irra gaʼeef gargaarsa kennaniiru.