DAMMAQAA! Amajjii 2014 | Wantoota Sadan Qarshiin Bituu Hin Dandeenye

Qabeenya hordofuun wantoota jireenya keenya keessatti barbaachisaa taʼaniifi qarshiin bituu hin dandeenye akka dagannu nu godha. Fakkeenya sadii ilaali.

Addunyaa Mararraa

Mataduree kana keessatti Chaayinaatti rakkinni tiraafiikii akka uumame, Armeeniyaatti mirgi amantii akka sarbame, Jaappaanitti Weeb saayitiin hawaasaa balaa geessisaa akka jiruufi yaanni kan biraan ibsameera.

MATA DUREE FUULA JALQABAA

Wantoota Sadan Qarshiin Bituu Hin Dandeenye

Qarshiin wanta barbaannu tokko tokko bitachuuf kan nu gargaaru taʼus, wanta jireenya keessatti caalaatti barbaachisaa taʼe garuu bituu hin dandaʼu.

Dhukkuba Gaggabdoo Ilaalchisee Wanta Beekuu Qabdu

Waaʼee dhukkuba karaa dogoggora taʼeen hubatamu kanaa bari.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

Dhiphina Sammuu

Dhiphinni sammuu namoota kan hubu maaliif akka taʼeefi Macaafni Qulqulluun miira akkasii moʼuuf kan nu gargaaru akkamitti akka taʼe baradhu.

Rakkoowwan Yommuu Laguun Dhaabatu Mulʼatan Dandaʼuu

Atis taate michoonnikee waaʼee mallattoowwan yeroo laguun dhaabachuuf jedhu mulʼatanii baruun keessan, rakkoowwan kanaa wajjin wal qabatan moʼuuf si gargaara.

MAATIIDHAAF

Akka Gaaritti Dhaggeeffachuun Kan Dandaʼamu Akkamitti?

Akka gaaritti dhaggeeffachuun karaa jaalalli itti ibsamudha. Akka gaaritti dhaggeeffachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe baradhu.

QAAMNI KANA TOLCHE JIRAA?

Dandeettii Odeeffannoo Qabachuu DNA

DNAdhaaf maqaan, “Meeshaa kuusaa wanta ittiin qixxaatu hin qabne” jedhu kennameera. Maaliif akka taʼe baradhu.