MASARAA EEGUMSAA Lakk. 2 2019 | Jiraachuun Gatii Qabaa?

Haalawwan gaddisiisaa taʼan jiraachuun isaanii, jireenyi gatii qabaachuu fi dhiisuu isaa akka shakkitu si godheeraa?

Yommuu Jireenyi Garmalee Ulfaataa Fakkaatu

Rakkinni akkamii iyyuu yoo jiraate, jiraachuun gatii qaba.

Yommuu Balaan Gaʼu

Kitaabni Qulqulluun qajeelfama gaarii balaa uumamaa dandamachuuf si gargaaru siif kenna.

Yommuu Namni Jaallattu Duʼu

Gadda nama jaallattu duʼaan dhabuudhaan si irra gaʼe dandamachuuf gorsawwan si gargaaruu dandaʼan shan ilaali.

Yommuu Hiriyaan Gaaʼelaa Amanamaa Utuu hin Taʼin Hafu

Hiriyoonni gaaʼelaa qulqulluu taʼan hedduun Kitaaba Qulqulluu irraa jajjabina argataniiru.

Yommuu Dhukkuba Cimaadhaan Qabamtu

Namoonni tokko tokko dhukkuba cimaadhaan yommuu qabaman akkamitti akka dandamatan baradhu.

Yommuu Jiraachuu Akka hin Qabne Sitti Dhagaʼamu

Baayʼee dhiphachuu keetiin kan kaʼe of ajjeesuuf yaaltee beektaa? Gargaarsa eessaa argachuu dandeessa?

Jiraachuun Gatii Kan Qabu Maaliifi?

Namoonni kaan haala kee yoo hubachuu baatan illee, Waaqayyo akka siif yaaduu fi si gargaaruu akka barbaadu hubadhu.

‘Inni Siif Ni Yaada’

Caqasoonni Kitaaba Qulqulluu kun si jajjabeessuu fi si cimsuu ni dandaʼu.