MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Fulbaana 2024
Maxxansi kun mata dureewwan Sadaasa 11–Muddee 8, 2024tti qoʼataman qabateera.
MATA DUREE QOʼANNAA 36
“Dubbicha Hojii Irra kan Oolchitan Taʼaa”
Torban Sadaasa 11-17, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 37
Xalayaa Hamma Dhumaatti Amanamoo Taʼuuf Nu Gargaaru
Torban Sadaasa 18-24, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
SEENAA JIREENYAA
Tajaajila Yihowaa Keessatti Jireenya Gammachiisaa Dabarseera
Andiree Raamseeyar tajaajila yeroo guutuu keessatti waggaa 70 dabarseera, ramaddii tiʼookraasii hedduunis isaaf kennameera. Rakkina akkamiitu isa mudate? Jireenyasaa keessatti Yihowaadhaaf dursa kennuu kan dandaʼehoo akkamitti?
Gaaffii Dubbistootaa
Yeroo Yesuus Irbaata Gooftaa hundeessetti barattoonnisaa 70n inni akka lallaban ergee ture eessa turan? Isa dhiisaniitii?
MATA DUREE QOʼANNAA 38
Akeekkachiisa Kennameef Xiyyeeffannaa Kennaa Jirtaa?
Torban Sadaasa 25–Muddee 1, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
MATA DUREE QOʼANNAA 39
Kennuudhaan Gammachuu Guddaa Argadhu
Torban Muddee 2-8, 2024 keessatti kan qoʼatamu.
Yeroo Qoʼattu Wantoota Haaraa Barachuuf Yaali
Wanta Yihowaan yeroo qoʼannaa dhuunfaa godhannutti nu barsiisuu barbaadu caalaatti hubachuu kan dandeenyu akkamitti?