MASARAA EEGUMSAA—MAXXANSA QOʼANNAA Guraandhala 2022

Maxxansi kun mata dureewwan qoʼannaa Ebla 4–Caamsaa 1, 2022⁠tti qoʼataman qabateera

SEENAA JIREENYAA

Wanta Doktara Taʼuu Irra Wayyun Argadhe

Seenaa jireenyaa: Renee Ruulmaan

Kana Beektaa?

Israaʼelonni durii gabbara kan kennan maaliif ture?

Kana Beektaa?

Yihowaan Israaʼelonni gugee gosa lama aarsaa godhanii akka dhiheessan heyyamuun isaa gaarii kan taʼe maaliifi?