Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Kitaaba Hoseʼaa

Boqonnaawwan

1 2 3 4 5 6 7 8 9 10 11 12 13 14

Qabiyyee Kitaabichaa

  • 1

    • Haadha manaa Hoseʼaa fi ijoollee ishii (1-9)

      • Yezriʼel (4), Lo Ruhaamaa (6) fi Lo Aamii (9)

    • Abdii akka deebiʼanii fi tokko akka taʼan kenname (10, 11)

  • 2

    • Israaʼel ishiin amanamtuu hin taane ni adabamte (1-13)

    • Yihowaa isa abbaa manaa ishii taʼetti ni deebiti (14-23)

      • “Abbaa manaa koo jettee na waamta” (16)

  • 3

    • Hoseʼaan haadha manaa isaa ishii ejjituu deebisee bitate (1-3)

    • Israaʼel gara Yihowaatti ni deebiʼa (4, 5)

  • 4

    • Falmii seeraa Yihowaan Israaʼelii wajjin qabu (1-8)

      • Biyyattii keessa beekumsi Waaqaa hin jiru (1)

    • Israaʼel waaqolii tolfamoo ni waaqeffatte, halalummaas ni raawwatte (9-19)

      • Hafuurri sagaagalummaa karaa irraa nama jalʼisa (12)

  • 5

    • Murtii Efreemii fi Yihudaa irratti dabarfame (1-15)

  • 6

    • Waamicha Yihowaatti akka deebiʼan dhihaate (1-3)

    • Sabichi jaalala amanamaa argisiisuu dhiise (4-6)

      • Jaalalli amanamaan aarsaa irra ni caala (6)

    • Amala qaanessaa sabichi qabu (7-11)

  • 7

    • Hamminni Efreem ni ibsame (1-16)

      • Saaphana Waaqaa jalaa miliquun hin dandaʼamu (12)

  • 8

    • Miidhaa waaqolii tolfamoo waaqeffachuun geessisu (1-14)

      • Bubbee facaasuu, obomboleettii haammachuu (7)

      • “Israaʼel Uumaa isaa irraanfateera” (14)

  • 9

    • Cubbuun Efreem Waaqa biratti akka jibbamu isa godhe (1-17)

      • Waaqa qaanessaa taʼeef of murteessuu (10)

  • 10

    • Israaʼel inni muka wayinii mancaʼe taʼe ni balleeffama (1-15)

      • Facaasuu fi haamuu (12, 13)

  • 11

    • Jaalala Waaqni xinnummaa isaatii kaasee Israaʼeliif qabu (1-12)

      • “Ilma koo Gibxii keessaa nan waame” (1)

  • 12

    • Efreem gara Yihowaatti deebiʼuu qaba (1-14)

      • Yaaqoob Waaqaa wajjin waldhaansoo qabe (3)

      • Yaaqoob eebba Waaqaa argachuuf booʼee kadhate (4)

  • 13

    • Efreem inni waaqolii tolfamoo waaqeffatu Yihowaa irraanfate (1-16)

      • “Yaa Duʼaa, ilkeen kee meerre?” (14)

  • 14

    • Kadhannaa gara Yihowaatti deebiʼuuf dhihaate (1-3)

      • Jajannaa afaanii dhiheessuu (2)

    • Israaʼel waan fayyifameef amanamummaa isaa hin dhiisu (4-9)