Guddina Hafuuraa Kee
KUTAA 9
Guddina Hafuuraa Kee
Wantoota armaan gadii keessaa caalaatti kan sitti ulfaatu isa kami?
□ Kitaaba Qulqulluu qoʼachuu
□ Yeroo hunda Yihowaa kadhachuu
□ Waaʼee amantii koo warra kaanitti (keessumaa hiriyoota kootti) himuu
□ Ulaagaalee Kitaaba Qulqulluu hordofuun faayidaa akka qabu hubachuu
Wanta baayʼee sitti ulfaatu ilaalchisee galma akkamii baafachuu akka barbaaddu gaditti barreessi.
․․․․․
Boqonnaan 34-38 karaa hafuuraa cimuu, ulaagaalee Kitaaba Qulqulluu hordofuu fi galmawwan jireenyi kee kaayyoo akka qabaatu godhan baafachuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe hubachuuf si gargaara.
[Fakkii guutuu fuula 280, 281rra jiru]