Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi


Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuun ni dandaʼamaa?

Bara baraaf gammachuudhaan jiraachuun ni dandaʼamaa?

Ati maal jetta?

  • Eeyyee.

  • Lakki.

  • Tarii.

KITAABNI QULQULLUUN MAAL JEDHA?

“Qajeelonni lafa ni dhaalu, bara baraafis ishii irra ni jiraatu.”FAARFANNAA 37:29.

WANTI KITAABNI QULQULLUUN JEDHU KUN KAN SI FAYYADU AKKAMITTI?

Maatii kee fi michoota kee wajjin gara fuulduraatti jireenya gammachiisaa fi nagaa qabu jiraatta.ERMIYAAS 29:11.

Yeroo gabaabaadhaaf qofa utuu hin taʼin, bara baraaf gammachuudhaan jiraatta.FAARFANNAA 22:26.

DHUGUMAAN ABDII KITAABNI QULQULLUUN KENNUTTI AMANUU DANDEENYAA?

Eeyyee! Sababii isaa beekuuf ragaa barumsawwan sadan birooshura kanaa keessatti kenname ilaali. Mata dureen isaanii kanadha: