Waraana
Bara keenyatti waraanni hedduun ni jiraata kan jennu maaliifi?
Seenaa Kitaaba Qulqulluu si gargaaru:
Dan 11:40—Daaniʼel raajichi guyyoota dhumaatti mootummoonni humna guddaa qaban lama akka wal dhiiban ykn akka wal morkatan mulʼataan argeera
Mul 6:1-4—Yohaannis ergamaan farda diimaa waraana argisiisu tokko mulʼataan argeera; mulʼata kanarratti inni fardicharra taaʼee jiru ‘nagaa lafa irraa akka fuudhu’ isaaf heyyamameera
Yihowaan waraana namoonni geggeessan maal godha?
Kiristiyaanonni waraana saboonni geggeessan irratti kan hin hirmaanne maaliifi?
Dabalataanis “Mootummoota—Kiristiyaanonni Walaba Taʼanii Jiraatu” isa jedhu ilaali
Yihowaa fi Mootiin inni loltuu Yihowaa taʼe waraana akkamii geggeessu?
Waraanni Kiristiyaanonni irratti hirmaatan isa kam qofadha?
Gumii keessatti amaloota waraana kakaasan, kan akka falmii ykn haaloo baʼuu jiran irraa fagaachuu kan dandeenyu akkamitti?