Gargaarsa Dabalataatiif Weeb Saayitii Kana Ilaali: jw.org
Macaafa Qulqulluurraa gorsa dabalataa hojiirra ooluu dandaʼu argachuuf Weeb saayitii keenya ilaali. Weeb saayitii kanarraa, muuxannoo namoota akkumakee gaaʼela godhataniifi addunyaa mararratti argamaniis ni argatta.
Dubbii nama miidhu dubbachuurraa fagaachuun kan dandaʼamu akkamitti?
Wal qoccoluu dhiisuu kan dandeessan akkamitti?
Dhiifama gochuun kan dandaʼamu akkamitti?
Yeroo hiriyaa gaaʼelaatiif gargaarsi addaa itti barbaachisu
Akkaataa ijoollee xiiqii qabatan qabuun itti dandaʼamu
Mucaan keessan dhukkubsataa yoo taʼe
Ijoollee keessan waaʼee saalaa haasofsiisaa
Ilmikee umrii waggoota kurnanii keessa jiru amantiikee yommuu shakku
Dargaggoota gaʼeessummaadhaaf qopheessuu
Yeroo yerootti matadureewwan haaraan dabalataan ni baʼu.