Dhimma ijoo ta'etti seeni

Ittiin baafataa bira dhaqi

Seensa

Seensa
  • Nama jaallattan du’aan dhabdaniittuu?

  • Ammayyuu gaddaa jirtuu?

  • Gadda keessanirraa jajjabaachuuf gargaarsi isin barbaachisaa?

  • Namoonni du’an abdii qabuu?

  • Taanaan abdiinsaanii maalidha?

  • Mirkanaa’oo ta’uu kan dandeenyu akkamitti?

Birooshura kana keessatti, gaaffiiwwan akkasiitiif Macaafa Qulqulluu keessaa deebiin nama jajjabeessu ni kennama. Of eeggannoodhaan akka dubbistan isin afeerra.