Faarfannaawwan Addaa

Faarfannaawwan dhaala hafuuraa keenya akka dinqisiifannu nu gargaaran garaa garaa dhaggeeffadhu.

Sitti haa Mulʼatu

Yeroon jireenya haaraa itti jiraannu baayʼee dhihaateera.

Addunyaa Haaraan Baayʼee Dhihaateera

Jannata dhufu hawwiidhaan eeggachuun rakkina dandamachuuf nu gargaara.

Jaalala Dhugaa

Gaaʼela keessan keessa Yihowaan akka jiraatu gochuun hariiroon keessan cimaa akka taʼu godha!

Ija Jabina Naa Kenni

Yihowaan ija jabina rakkina nu mudatu kam iyyuu moʼuuf nu barbaachisu nuu kennuu dandaʼa.

Addunyaa Haaraan Dhufuuf Jedha

Wanti ija qalbii keenyaan ilaallu yaada keenya irratti dhiibbaa gochuu dandaʼa. Faarfannaan kun addunyaa haaraa irratti xiyyeeffachuuf nu gargaara.

Ani Siifan Jiraadha

Jaalala Yihowaadhaaf qabnuun kakaanee, isaaf of murteessinee cuuphamna.

Jaalala hin Badne

Jaalalli Yihowaa biraa argamu matumaa hin badu. Gammachuu fi jajjabina nuuf argamsiisa.

Hin Shakkin

Qorumsi akkamiiyyuu nu mudatus Yihowaan akka nu jaallatu hin shakkinu.

Tolaan Dhiisuu

Namni si miidhe jiraa? Dhiisuun sitti ulfaateeraa? Akkamitti dhiisuu akka dandeessu ilaali.

Dorgommicha Fiigi

Fiigicha jireenyaa moʼuuf murtoo ogummaa irratti hundaaʼe godhi.

Itti Fufna

Amantii cimaan kan argamu miʼawwan gaariidhaan yoo of ijaarredha.

Sammuu kee Eeggadhu

Yaadawwan si dhiphisan gargaarsa Yihowaatiin injifachuu dandeessa.

‘Yeroo Hunda haa Gammannu’

Faarfannaan gammachuu kun wantoota gammaduuf sababa taʼan hedduu nu yaadachiisa.

Tokkummaa Cimaa Qabna

Qorumsii fi ariʼatamni nurra gaʼus, tokkummaa qabnu eegnee itti fufuu dandeenyeerra.

Jabina Kee Yihowaaf Kenni

Jabina kee Yihowaaf kenni. Matumaa hin gaabbitu!

Burqaa Gammachuu Dhugaa

Yihowaan burqaa gammachuu keenyaa ti; taʼuu isaas itti fufa.

Ni Argita

Abdii addunyaa haaraa isa gammachiisaa taʼetti gammadi.

Yihowaadhaaf Yeroo Ramadi

Hojii Yihowaa hojjechuudhaan qabamuun jireenya hundarra caaludha.

Amantiidhaan

Abdii dinqisiisaa Waaqayyo ilmaan namootaatiif qopheesse yaadaan ilaali.

Maatii Yihowaa

Addunyaa kanarra namoonni dhugaa barbaaddachaa jiran jiru. Viidiyoon kun namoota hoolaatti fakkeeffaman barbaaduu akka itti fuftu si jajjabeessa.

Wal Faana Taʼuudhaan Humna Arganneerra

Tokkummaa obbolummaa keenyaa fi gargaarsa Yihowaatiin, qorumsa akkamiiyyuu ni dandeenya.

Ani Eenyuunan Dhagaʼa?

Akkuma tajaajilaan tokko sagalee tiksee isaa dhaggeeffatu atis umurii kee guutuu tajaajila amanamaa duukaa buʼi.

Yihowaan Koo Na Faana

Gargaarsa Yihowaatiin sodaa akkamiiyyuu mooʼuu ni dandeenya.

Akka Durii Wal Jaallanna

Balleessaa waliif dhiisuudhaan akka durii wal jaallachuu!

Kufaatii Keerraa Baradhu

Dogoggora keerraa yoo baratte isa duraa caalaa cimaa taata.

Darbeen Jiraadha

Harʼas taʼe gara fuulduraatti, jireenya gammachuudhaan guutamee fi hiika qabu jiraachuu ni dandeenya.

Nagaa Barabaraa! (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2022)

Rakkinni yeroo ammaatti si mudatu darbee, waadaan Waaqayyo nagaa dhugaa akka fidu gale yeroo raawwatamu sitti haa mulʼatu.

Anatti Dhihaadhu

Waaqayyo, namni jireenya akkamiiyyuu dabarse isatti dhihaachuu yoo barbaade fedhiidhaan isa simata.

‘Innoo hin Turu!’ (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2023)

Yommuu obsaan Yihowaa eeggattu fakkeenya namoota amanamoo taʼanii hordofi.

Manattan Deebiʼe

Manatti deebiʼuuf ammas hin barfanne.

‘Saantima Lama’

Xinnaatus, guddatus Yihowaan aarsaa kee ni dinqisiifata.

Inni Nu Beeka

Yihowaan tokkoon tokkoon keenya beeka, miira keessa keenyaas ni hubata.

Garaa Tokkoon Yihowaa Faarfanna

Yommuu Yihowaa tajaajillu nagaa Waaqaa arganna.

Nan Lallaba

Yihowaatti amanami, akkasumas sodaa moʼuudhaan lallabi.

Amantiikoo nan cimsadha

Shakkiin gara duʼaatti waan si geessuuf amantii kee cimsadhu.

‘Nagaa Akka Lagaa Yaaʼu’

Nagaan Yihowaa biraa argamu akkuma lagaati, barabaraaf yaaʼa.

Jireenya Dhugaa

Abdii gara fuulduraa irratti xiinxaluun jabina haalawwan rakkisoo dandamachuuf nu gargaaru argachuuf nu dandeessisa.

“Misiraachoo” (Faarfannaa Walgaʼii Naannoo 2024)

Ilmaan namootaa, jaarraa jalqabaatii kaasee hanga harʼaatti, misiraachicha gammachuudhaan lallabaa turaniiru. Hojiin kun hojii Yesuus kallattiidhaan geggeessuu fi deggersa maleekotaa qabu waan taʼeef, irratti hirmaachuun mirga guddaadha!

Ni Xiinxalla

Xinnoo dhaabbannee uumama Waaqayyoo irratti xiinxaluun rakkoowwan jireenya keenya keessatti nu mudatan moʼuuf kan nu gargaaru akkamitti?

Of hin Dhiphisin

Wantoota Yihowaan nuuf kenne irratti yoo xiyyeeffanne gammachuu dhagaa argachuu dandeenya.

Nagaan Fedha

Naga qabeessa taʼuun Yihowaadhaaf ulfina fida.

Humni Naaf Kennameera

Yihowaan ‘warra koʼeeyyii taʼaniif mana jireenyaa kan kennu’ akkamitti akka taʼe ilaali.

Yihowaadhaaf Ufina Kennaa

Jaalallii fi dinqisiifannaan Yihowaadhaaf qabnu ulfina isaaf kennuuf nu kakaasa.