‘Saantima Lama’
Buufadhu:
1. Saantima
Lama kennuuf jetti.
Warri kaan,
Yommuu kennanis ilaalaa jirti.
Eenyutu arga?
Buusii ishiis maaltu hubata?
Abbaan ishii ni argaa
Saantimoota ishii lamaan? Eeyyee!
(BUUSAA)
‘Baayʼee xinnaata,
Maaluman godha?’
Jettee baayʼee hin dhiphatin
Isatti amanami,
Aarsaa kee dhiheessi,
Yihowaanoo ni fudhata!
Xinnaatus!
2. Duraan ishiin
Kenniteetti waan hedduu
Amma hin dandeessu,
Waan buusii gootu eessaa haa fiddu?
Taʼus kennite,
Wanta harka ishii keessaa.
Xinnoo yoo fakkaates,
Yihowaa garuu Garaa Ciibsa.
(BUUSAA)
‘Baayʼee xinnaata
Maaluman godha?’
Jettee baayʼee hin dhiphatin
Isatti amanami
Aarsaa kee dhiheessi,
Yihowaanoo ni fudhata!
Xinnaatus!
(CEESISA)
Kan inni ilaalu keessa namaati.
Ifee mulʼata isa duratti.
Kun dandeettii isaati.
(BUUSAA)
‘Baayʼee xinnaata
Maaluman godha?’
Jettee baayʼee hin dhiphatin.
Isatti amanami,
Aarsaa kee dhiheessi,
Yihowaanoo ni fudhata!
Xinnaatus!
Ijuma Yihowaatiin ʼlaalʼ!