Wantoota Ajaaʼibsiisoo Gara Fuulduraatti Taʼan Yaadaan Ilaaluu
Yeroo Waaqayyo fedhii uumama hundaa guutuudhaan waadaa gale hunda raawwatu, ‘jireenyi inni dhugaan’ Kitaaba Qulqulluu keessatti ibsame maal akka fakkaatu ilaali. (1 Ximotewos 6:19; Faarfannaa 145:16) Kun taʼuu kan dandaʼu akkamitti?