Dhimma ijoo ta'etti seeni

Iiran Hoof Looraansoo: Ogeettiin Lafee Baqaqsanii Hodhuu Waaʼee Amantii Ishii Ibsite

Iiran Hoof Looraansoo: Ogeettiin Lafee Baqaqsanii Hodhuu Waaʼee Amantii Ishii Ibsite

Iiran kutaaleen qaamaa orgaanizimoota adda adda kan wal fakkaatan taʼuun isaanii barumsa jijjiirama tirannaa deggera jettee amanti turte. Haa taʼuu malee, yaaliin baqaqsanii hodhuun hojjechaa turte wanta amantu irratti gaaffii akka kaastu godheera.