Mata Dureewwan Dhiheenya Kana Fuula Jalqabaa Irratti Beeksifaman
Kitaabni Qulqulluun Waaʼee Wal Dandaʼuu Maal Jedha?
Deebii matumaa hin tilmaamne argachuu dandeessa.
Gaarummaa Argisiisuun—Waaqayyo Duratti Iddoo Guddaa Qaba
Namoota hundaatti gaarummaa argisiisuun gaarii akka taʼe sitti dhagaʼamaa? Waaqayyo gaarummaa argisiisuu akkamitti ilaala?
Kabajni kan Hafe Maaliifi?
Ofii keetti, warra kaanii fi jireenyaaf kabaja akka qabdu argisiisuu kan dandeessu akkamitti akka taʼe hubachuuf yaali.
Karaa Intarneetii Hubaatiin Yoo Na Irra Gaʼe Maal Gochuun Qaba?
Miidhaa irraa of eeguuf wanti beekuu qabduu fi gochuu dandeessu maali dha.
Fakkeenya Yesuus Hordofuuf Amalawwan Armaan Gadii Argisiisi
Yesuus guutummaa jireenya isaa keessatti amalawwan saddeet argisiiseera.
Maddi Haaloowiinii Maalidha?
Aadaa fi barsiifati Haaloowiinii waaqolii tolfamoorraa dhufuunsaa miidhaa fidu qabaa?
Lakkoofsi Bineensota Amma Jiranii Isa Waggaa 50 Dura Ture Irraa Dhibbeentaa 73n Hirʼateera
Kitaabni Qulqulluun Maal Jedha?
Kitaabni Qulqulluun Si Gargaaruu kan Dandaʼu Akkamitti?
Sagantaa qoʼannaa Kitaaba Qulqulluu tola kennamurraa baradhu.
Lafa Irratti Nagaan kan Dhufu Akkamitti?
Waaqayyo karaa Mootummaa isaa nagaa addunyaa fiduuf akkamitti akka waadaa gale baradhu.
Gammachuu Dhugaa Argachuu Kan Dandeenyu Akkamitti?
Barruun Dammaqaa! kun gorsi Kitaaba Qulqulluu ogummaa irratti hundaaʼe akkamitti akka si gargaaruu ibsa.
Eebba Bara Baraa Waaqa Jaalalaa Irraa Argamu
Maal akka taʼan, maaliif akka amantuu fi akkamitti akka irraa fayyadamtu baradhu.
Tarkaanfiiwwan Yaada Kitaaba Qulqulluu Hubachuuf Barbaachisan Kam Faʼi?
Ergaa isaa isa faayidaa guddaa qabu hubachuu ni dandeessa.
Kadhachuu Kan Qabdu Maaliifi?
Waaqayyo kadhannaa kee akka hin dhageenye sitti dhagaʼamee beekaa? Taanaan akkas kan itti dhagaʼamu si qofa miti.