Dhimma ijoo ta'etti seeni

BIROOSHUROOTA ODEEFFANNOO KENNAN

Dhugaa Baatota Yihowaa fi Jireenya Maatii

Dhugaa Baatota Yihowaa fi Jireenya Maatii

Dhugaa Baatonni Yihowaa qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu abbaa manaa, haadha manaa fi ijoollee fayyadan hojiirra oolchuuf ni carraaqu. Kunimmoo maatiin bakka nagaa fi jaalala qabu akka taʼu taasisa. Warri qajeelfamoota Kitaaba Qulqulluu ijoolleesaanii barsiisuu akka itti gaafatamummaa guddaatti ilaalu.